×
Image

Akkaataa Salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu - (afaan oromoo)

Kitaabni Akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jedhu kitaaba Kabajamoon Sheykh Abdul-Aziiz bin Baaz -Rabbiin rahmata isaaf haa godhu- akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkaataa salphaa fi karaa sirrii ta'een, keeyyattoota sirrii irratti hundaa'uun gabaabsanii kaa'anidha, Muslimaaf salaata isaa....