Sagantaan kun Barnoota islaamaa adda addaa kan nama hundaaf barbaachisu kan akka haadhaaf abbatti toluu, rahima maxxansuu, olla jabeysuufii KKF uf keesaa qaba.
Barnoota adda addaa - (afaan oromoo)
Barnoota salaataa - (afaan oromoo)
CDn kuni akka gaaritti salaataa addaan babaasee nama barsiisa,ulaagaalee fii arkaana salaataas namaaf ibsa.
Aqiidaa sirroytuu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun aqiidaa sirrooftuu Qajeellotti ibsa.
Barnoota xahaaraa (Qulqullinaa) - (afaan oromoo)
Sagantaan kun barnoota xahaaraa,wuduu’a,dhiqannaa qaamaa,taymuumaa fi kkf uf kessatti hammatee jira.
Hundeelee sadeen - (afaan oromoo)
Barnootni kun hundee sadeen barbaachistuu taate san nama barsiisa.
Aqiidaa waasixiyyaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun aqiidaa qajeellotti nama hubachiisa.
Kitaaba towhiidaa (tokkummaa Rabbii) - (afaan oromoo)
Kitaaba towhiidaa (tokkummaa Rabbii)
Hiikkaa garii suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa - (afaan oromoo)
Qophiin kun tafsiira hiikkaa qur’aanaa,suuraalee gaggabaabaa irratti qophaaye.
Garee jallatte irraa wal baqachiisuu - (afaan oromoo)
Sagantaan tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf addeeysiti,garee jallattee tan akka ahbaashiifii jahmiyyaa ni saaxilti,irraa nama baqachiisti
Akkataa salaata nabiyyii (sifatu salaatinnabiyyi) - (afaan oromoo)
Qophiin kun akkaataa salaata nabiyyii guututti hidhannarraa hanga hiikkannaatti nama barsiisa,akka namuu isaanirraa laallatuuf jecha.
Barnoota salaataa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun Barnoota salaataa fii waan isaan walqabatu kan akka ulaagaalee isaa, xahaaraa fi kkf nama barsiisa. Qooda 2 qaba.
Akkataa salaataa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee akkaataa salaataa ilaalchisee barnoota gayaa uf keessaa qaba.

API
