Waliin Kaanee Habarannu
Waliin Kaanee Habarannu - (afaan oromoo)
Barnoota adda addaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun Barnoota islaamaa adda addaa kan nama hundaaf barbaachisu kan akka haadhaaf abbatti toluu, rahima maxxansuu, olla jabeysuufii KKF uf keesaa qaba.
Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame. - (afaan oromoo)
Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame.
Gabaabfamaa bu'a qabeessa Muslima haaraaf - (afaan oromoo)
Gabaabfamaa bu'a qabeessa Muslima haaraaf
sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.
Waan haraam ta namni laaffise - Ollatti hammaachuu - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti waan haraam tahe tan namni laaffisee tu ibsama kuni kutaa 3ffaati barnoota 25 ufkeessaa qaba.
Aqiidaa kee qabadhu - (afaan oromoo)
Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte.
Aqiidaa ahlussunnaa wal jamaa’ah - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti barnoota bu’ura aqiidaa sirrooftuu muslimtootaattu ibsame.waayee towhiida Rabbiitii fii maqaleefii sifaata isaa keessatti ibsa guddaa qaba. Ragaalee qur’aanaafii hadiisaarratti hundaawuudhaan.
HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII - (afaan oromoo)
HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII : Kitaabni kuni hadiisa shantama ufkeessaa qaba matadureelee gorsa adda addaa irraa dubbata, arba'iina nawaawiyyii jedhama, irraa filatamaa kitaabban hadiisa keessaa isa tokkoodha.
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA - (afaan oromoo)
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA
Aqiidaa sirraawaafii faallaasaa - (afaan oromoo)
Kitaabni kun aqiidaa qulqulluu muslimaa tan qur’aanaa fii hadiisarraa burqite nama barsiisa.
Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf - (afaan oromoo)

API


