×
Image

Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame. - (afaan oromoo)

Kun kitaaba murtii falfalaafi Raagaa keessatti kaayame.

Image

Aqiidaa sirraawaafii faallaasaa - (afaan oromoo)

Kitaabni kun aqiidaa qulqulluu muslimaa tan qur’aanaa fii hadiisarraa burqite nama barsiisa.

Image

Akkaataa Salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu - (afaan oromoo)

Kitaabni Akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jedhu kitaaba Kabajamoon Sheykh Abdul-Aziiz bin Baaz -Rabbiin rahmata isaaf haa godhu- akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkaataa salphaa fi karaa sirrii ta'een, keeyyattoota sirrii irratti hundaa'uun gabaabsanii kaa'anidha, Muslimaaf salaata isaa....

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf - (afaan oromoo)

No Description

Image

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf - (afaan oromoo)

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf

Image

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

Image

Barruu Gabaabduu Waa’ee Soomanaafii zakaa - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti barruu lamaatu jira. tokkoffaan barnootaa waayee akkaataa zakaa ittibaasaniifii waan zakaan irraa baafamu. kan lammaffaa seera soomana ramadaanaattu ibsama.