Barnootni kun hundee sadeen barbaachistuu taate san nama barsiisa.
Hundeelee sadeen - (afaan oromoo)
Aqiidaa waasixiyyaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun aqiidaa qajeellotti nama hubachiisa.
Kitaaba towhiidaa (tokkummaa Rabbii) - (afaan oromoo)
Kitaaba towhiidaa (tokkummaa Rabbii)
Hiikkaa garii suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa - (afaan oromoo)
Qophiin kun tafsiira hiikkaa qur’aanaa,suuraalee gaggabaabaa irratti qophaaye.
Akkataa salaata nabiyyii (sifatu salaatinnabiyyi) - (afaan oromoo)
Qophiin kun akkaataa salaata nabiyyii guututti hidhannarraa hanga hiikkannaatti nama barsiisa,akka namuu isaanirraa laallatuuf jecha.
Bu’uroota afreen - (afaan oromoo)
Qophiin kun bu’ura afreen islaamaa nama barsiisa.
Arbaiina (hadiisa afurtam) - (afaan oromoo)
Qophiin kun hadiisoowwan filatamoo gorsa hedduu uf keessaa qaban 43 qajeellotti nama hubachiisa.
Ibsa karaa nabiis.a.w. (sharhussunnaa) - (afaan oromoo)
Qophiin sunnaan karaan nabii keenyaa s.a.w. kan akkam akkatahe nama hubachiisa,warren karaa qajeelloo kana qabateefii kaan adda namaa baasa.
Ulaagaalee salaataa - (afaan oromoo)
Qophiin kun waan salaata dura ulaagaalee barbaachisu qajeellotti nama hubachiisa.
Riyaadu ssaalihiin (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun kitaaba riyaadussaalihiin kan gorsaa fi barnoota hunda uf keessaa qabu guutuu qabdi, kan boqannaa 151 uf keessaa qabdi.
Hiikkaa Qur’aana kabajamaa (guutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun Tafsiira Qur’aanaa guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.qoodq 325 qabdi..
Bulugul maraam (kitaabaguutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun hiikkaa kitaaba bulugul maraam guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.qooda 139 qabdi..

API
