×
Image

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN - (afaan oromoo)

SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN : Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du'a isaaniitti ibsame.

Image

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

Image

KUTAALEE AQIIDAA - (afaan oromoo)

KUTAALEE AQIIDAA : Kitaaba kana kaeessatti aqiidaa ahlusunnati waljamaa'ah ttu dhihaate. Gareelee jallattee fii jallinna isiitis nidubbata, deebisas irratti nikenna.

Image

Barruu Gabaabduu Waa’ee Soomanaafii zakaa - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti barruu lamaatu jira. tokkoffaan barnootaa waayee akkaataa zakaa ittibaasaniifii waan zakaan irraa baafamu. kan lammaffaa seera soomana ramadaanaattu ibsama.

Image

Akkaataa Salaataa Gabaabinaan Fi Akkaataa Wuduu’aa Fi Wantoota Wuduu’a Diigan - (afaan oromoo)

Kuni maxxansaa haaraa kitaaba kiyya(akkaataa salaataa gabaabsamaa) jedhuuti. Akkaataa wuduu’aa fi wantoota wuduu’a balleessan bifa salphaa fi gabaabaa ta’een Jalqaba kitaaba kanaa irratti akka dabalu yaanni naaf dhiyaatee jira. Wuduu’aa fi wantoonni wuduu’a diigan waa’ee salaataa dursanii dhiyaatuun barbaachisaa waan ta’eef Yaanni kuni yaada fudhatamaa ta’uu hubadhe Akkaataa wuduu’aa fi....

Image

BURHAAN Ragaa Rabbiin Kadhachuun Dirqama Ta'uu - (afaan oromoo)

BURHAAN Ragaa Rabbiin Kadhachuun Dirqama Ta'uu : Kitaaba kana keessatti kadha (du' aa'ii) Rabbuma qofaaf qulqulleessuun akka barbaachisuutu dubbatame. Kanarrati Ragaan qur'aanaafii hadiirraayis dhihaatee jira.

Image

AMANTII AADAM FI HAWWAA - (afaan oromoo)

AMANTII AADAM FI HAWWAA

Image

Allaah (Rabbbii Dhugaa Tokkicha) MAQAA ISAA GAGGAARII - (afaan oromoo)

Allaah (Rabbbii Dhugaa Tokkicha) MAQAA ISAA GAGGAARII

Image

Seenaa Jireenya Nabiyyichaa (S.A.W) Gabaabaafi fi Simboowwan Amaloota Isaanii - (afaan oromoo)

Seenaa Jireenya Nabiyyichaa (S.A.W) Gabaabaafi fi Simboowwan Amaloota Isaanii

Image

Barnoota salaataa afaan oromootiin - (afaan oromoo)

Akkaataa itti salaatan afaan oromootiin

Image

Sahiiha kadhaa fi faaruu Rabbii - (afaan oromoo)

Sahiiha kadhaa fi faaruu Rabbii

Image

Barnoota dubartii muslimaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun barnoota dubartii muslimaa kan akkaa waayee xahaaraa, dhiiga baatii fi dayuumsaa, barnoota hijaabaa (hagooggii) fi kkf uf kessaa qaba.