×
Image

gorsa ol’aanaa dhaloota haarawaaf. - (afaan oromoo)

kitaabni kuni ummata muslima hintahin hunda ragarratti hundaawuun gara islaamummaa yaama.

Image

SEENAA QUR'AANA KEESSAA - (afaan oromoo)

SEENAA QUR'AANA KEESSAA : Oduun nabiyyootaafii ummata durii babbareedaan gorsa guddaa qabu hedduutu qur'aana keessatti dhufee jira. Kitaabni kuni kanarraa dubbata.

Image

NAAMUSOOTA ISLAAMAA - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti naamusoota jiruu isaa keessatti muslimni hundi itti haajamuutu ibsame.

Image

Soomana Ramadaana Heera, Sadarkaafii, Naamusa Isaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun akkaataa soomana ramadaanaa sirritti nama hubachiisa.

Image

HUNDEELEE SADANIIFI RAGAA ISII - (afaan oromoo)

Kitaabni kuni barnoota aqiidaa kan bu'uraa kan namni hundi baruu barbaachisu uf keessaa qaba.

Image

Adaba Guyyaa Cidhaa - (afaan oromoo)

Adaba Guyyaa Cidhaa

Image

Kaayyoo hajjii - (afaan oromoo)

kitaaba kana keessattii kaayyoo fii hikmaa hajjiin godhamteeftu ibsama. faaydaan bu’aa diiniif duniyaa kan hedduu tahe hajjirraa akka argamu ibsamee jira.

Image

Qajeelcha kee dhumaa COVID 19 irraatti - (afaan oromoo)

Qajeelcha kee dhumaa COVID 19 irraatti