×
Image

Haqa nabiin s.a.w. ummatarraa qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee haqa nabiin ummatarraa qabu jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sadarkaa salaanni qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sadarkaa salaanni islaamummaa keessatu qabu ibsa.

Image

Seera salaata jum’ah - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota salaata jum’aah nama barsiisa.

Image

Nabii keenyaaf s.a.w. tumsuun dirqama - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee nabii keenyaaf tumsuun dirqama tahuu ibsa. Yeroo adawwiin maqaa isaanii xuressite karaa dandeenye hundaan irraa deebisuun dirqama tahuu ibsa.

Image

Bu’uroota afreen - (afaan oromoo)

Qophiin kun bu’ura afreen islaamaa nama barsiisa.

Image

Aqiidaa kee qur’aanaafii hadiisarraa fudhu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota aqiidaa qulqulluuttu bifa gaafiifii deebiitiin dhihaata.

Image

Tolina diin islaamaa - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti tolinaafii bareeddina amantii islaamaatuu ibsame. akkasuma amantii haqaa tan biyyaa hundaaf zamana hundaaf ummata hundaaf mijjoytuu tahuutu ibsame.

Image

Arbaiina (hadiisa afurtam) - (afaan oromoo)

Qophiin kun hadiisoowwan filatamoo gorsa hedduu uf keessaa qaban 43 qajeellotti nama hubachiisa.

Image

Ibsa karaa nabiis.a.w. (sharhussunnaa) - (afaan oromoo)

Qophiin sunnaan karaan nabii keenyaa s.a.w. kan akkam akkatahe nama hubachiisa,warren karaa qajeelloo kana qabateefii kaan adda namaa baasa.

Image

Sadarkaa sawaaba salaata jamaa’ah - (afaan oromoo)

Sagaantaan kun guddina sawaaba (mindaa) salaata jamaa’aa (gamtaa) ti barsiisa.

Image

Guddisa ilmaanii - (afaan oromoo)

Qophiin kun akkaataa ilmaan sirritti itti guddisan nama hubachiisa.

Image

Haadhaaf abbatti tola ooluu - (afaan oromoo)

Qophiin kun haqa haadhaaf abbaan namarra qaban jajjabduu tahuu ibsa, badhaasa nama haadhaaf abbaa qajeeleetis ni addeessa,hammeenya nama haadhaaf abbatti mataa jabaateetis dubbateeti irraa nama baqachiisa.