×
Image

Gosa 2ffaa Hiikkaa Qur’aana kabajamaa (guutuu) - (afaan oromoo)

Qophiin kun Tafsiira Qur’aanaa guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.tafsiira shekh muusaa su’aalaa jechuun beekama.

Image

Sahiiha Bukhaarii (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan tun kitaaba sahiiha bukhaarii guutuu uf keessaa qabdi,kitaabni kun hadiisota sahiiha barnoota islaamaa guututti ufkeysaa qaban kumoota heddu uf keessatti hammata.sadarkaa guddaa isaatiif ’’irra caalaa kitaabaa eega kitaaba rabbiitii’’ jedhamee moggaafame.

Image

Sunana abii daawu ( kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun irra caalaa kitaabban hadiisaa keessaa tokko kan tahe kitaaba sunana abuu daawud guutuu uf keessaa qaba.Hadiisota 5274 kan qooda 219 taa’e uf keessaa qaba.

Image

Du’aaf qophaawuu toltuu dalaguudhaan - (afaan oromoo)

CDn kuni akka gaaritti wayee hameenya du’aa tii fii waan isii boodaa namaaf ibsa.akkaataa itti ibaadaa heddummeessuudhaan qophaawan ibsa.

Image

Sunana ibnumaajah (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan tun kitaaba ibnu maajah kan hangafoota kitaabban hadiisaarraa tahe guutuu uf keessaa qabdi hadiisa4341qabdi.kitaabni kun barnoota islaama hunda waltti qabata, sadarkaan isaa guddaadha.

Image

Yaa nama dilaaye uf yaadadhu - (afaan oromoo)

Qophiin kun gorsa guddaa nama dogoggore sirreysuu danda’u uf keessaa qaba.

Image

Karaa milkii - (afaan oromoo)

Qophiin kun karaa keyrii kan namni muslimaa ittiin milkaayu nama barsiisa.Qur’aanaa, hadiisaa fii jechoota ulamaa’ii salafaa irraa walitti qabame.

Image

Gorsa qur’aanaa irraa - (afaan oromoo)

Qophiin kun ayatoowwan qur’aanaa filatamoo barnoota hunda uf keessaa qabduun nama gorsa.

Image

Hiikkaa Qur’aana Kabajamaa (Tafsiira) 3ffa - (afaan oromoo)

Qophiin kun hiikkaa tafsiira qur’aanaa guutuu uf keessaa qaba waan taheef haalaan filatamaadha.

Image

Tafsiira qur’aanaa gabaabaa(gosa 4ffaa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikaa qur’aanaa gabaabaa bifa gaariin qophaaye uf keessaa qaba waan taheef nama hundaaf haalaan barbaachisaadha.qooda 140 ol uf keessaa qaba.

Image

Barnoota soomana Ramadaanaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun barnoota somana ramadaanaa, sadarkaa isaa, waan isa balleysu, dhaabbata ramadaanaa, zakaa fixrii tiifi waan kana fakkaatu uf keessatti ammatee jira.

Image

Gorsa barbaachisaa - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti gorsi adda addaa kan qur’aanaa fii hadiisarraa walitti qindaawe dhihaatee jira. Sagantaan kun qooda 2 qaba.