×
Image

Badiilee gurguddoo - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti badiileen gurguddoon irraa dhoowwamne tarreeyfamteeti jirti, hammeenyi isiitis ibsameeti jira. Akka namni hundi hubatee irraa fagaatuuf jecha.

Image

Firummaa maxxansuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee firummaa maxxansuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sababaa injifannoo - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sababaa injifannoo waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Barnoota hajjiifi umraa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee akkaataa hojii umraa itti gaggeeffamu jalqabarraa hanga dhumaatti barnoota gayaa uf keessaa qaba. Sagantaan kun waayee akkaataa hojii hajji barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Mee Ramadaana akkamitti simanna ? - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee akkataa itti baatii Ramadaanaa kabajamtuu itti simataniifi qophii barbaachisu waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Hagooggii dubartii muslimaa - (afaan oromoo)

CDn kun barnoota uffata dubartootaa sirritti hubachiisa.

Image

Hagooggi dubartii muslimaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sirna hagooggii dubartii muslimaa waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Jireenya gammachuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee jireenya gammachiisaa jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Teessuma masgiidaa (iitikaafa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee teessuma masgiidaa barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Bernoota zakaataa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zakaa laalchisee barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Dhaamsa dargaggoota muslimaatiif - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee dhaamsa dargaggoota muslimaa jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Dhaamsa abbootii muslimaatiif - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee dhaamsa abboota muslimaatiif jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.