Sagantaan kun waayee carraa kee osoo hindabarre dhaqqabadhu jedhurratti gorsaafii barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Carraa osoo hindabarre dhaqqabadhu - (afaan oromoo)
Rabbirratti irkachuu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee Rabbirratti irkachuu jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Hundi keessan gama Rabbii towbadhaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee gama Rabbii towbachuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sadarkaa fii seera soomana Ramadaanaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee seera soomana ramadaanaa barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Irra caalaan sinqii soda Rabbiiti - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee soda Rabbii keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Seera zakaa fixrii - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee zakaa fixrii tan dhuma soomana ramadaanaatti kafalamtuu barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Barnoota Hadiisa filatamaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun hiikkaa hadiisoowwan filatamaa 80 ufkeessaa qaba. Akkuma san seenaa sahaabota isa odeessanii tiifi barnoota isarraa harganus nidubbata.
Zikriilee salaata boodaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee zikriiwwan salaata fardii boodaan godhamturraa dubbata.
Salaata dhiisurraa baqachiisuu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee salaata dhiisuun balaa guddaa tahuu ibsa.irraa nama baqachiisa.
Salaatoowwan sunnaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee salaatoowwan sunnaa sadarkaa fii gosa isii nama barsiisa.
Ramadaana booda qajeellorratti gadi dhaabbachu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee ramadaana booda ibaadaa Rabbirratti gadi dhaabbachuu irratti walkaasuurraa dubbata.
Karaa injifannoo - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee akkaataa itti adawwirratti injifannoo gonfatan nama barsiisa.mataan isii soda Rabbiiti.

API
