Sagantaan kun waayee milkii fii hobbahuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Milkii fii hobbahuu - (afaan oromoo)
Firummaa mururraa dhoowwuu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee hammeenyaa fii balaa firummaa muruun qabdu ibsa.
Waan qoma namaaf bal’isu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waan qoma namaa bal’isu tan akka zikrii Rabbi qaraatii qur’aanaa kkf ibsa.
Walhamachuun dhoowwaadha - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee walhamachuun dhowwaadha jedhurratti barnoota guddaa uf keessaa qaba.
Tolina amantii islaamaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun tolina amantii islaamaa sirritti ibsa waan taheef haalaan barbaachisaadha.
Tajriida (gabaabsamaa bukhaarii)kitaaba guutuu - (afaan oromoo)
Kitaabni tajriidaa kun kan sahiiha bukhaarii irraa gabaabsame barnoota islaamaa hunda hadisoowwaniin nama barsiisa waan taheef akka faaydaan isaa guddaadha.hadiisa 2230 ufkeessaa qaba.
Bultii islaamaa - (afaan oromoo)
sagantaan tun bultii islaamaa miooytu kabajaadhaati nama barsiisti,kutaa 3tti dhihaatte.
Sahiiha muslim (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Sagantaan tun kitaaba sahiiha muslim guutuu uf keessaa qabdi,kitaabni kun hadiisota sahiiha barnoota islaamaa guututti ufkeysaa qaban kumoota heddu uf keessatti hammata.
Seera iida fixrii - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee seera iida fixrii (iida furaa soomanaa) barnoota gayaa uf keessaa qaba.
uf gadi qabuu(khushuu’a) salaataaa - (afaan oromoo)
Qophiin kun akkataa salaata keysatti namni uf gadi qabee sirritti salaatu ibsa.
Barnoota seenaa nabii s.a.w. (siiraa) - (afaan oromoo)
Sagantaan kun seenaa jiruu nabii keenyaa s.a.w. nama barsiisa.
Seera umraa - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti barnoota akkaataa umraa itti hojjataniittu bal’inaan ibsame.

API
