×
Image

Seera soomana ramadaanaa - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti sadarkaa (fadhlii) soomanaa, naamusa isaa, akkaataa isaa,fii waan isa balleessuutu ibsama.

Image

Seera dubartoota muslimaa - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee dubartootaa laalchisutu bal’inaan dhihaate.

Image

Kitaaba beyquunaa kan barnoota hundee hadiisaa (musxalahaa) - (afaan oromoo)

Qophiin kun akkataa hundee hadiisaa (musxalaha) ittiin hadiisa sahiihaa fii da’iifa (jabaa fii laafaa) ittin adda baafatan nama barsiisa.