Ani musliima
Ani musliima - (afaan oromoo)
Ibaadaa (gabbartii Rabbii) tii fi hiikkaa isii - (afaan oromoo)
Barruun qooda ibaadaadhaa ibsiti ragaalee qur’aanaa fii hadiisarraa taheen wajji
Wantoota islaamummaa balleysu - (afaan oromoo)
Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa tii fi waan islaamummaa diigu namaaf adeeysiti.
towbaa karaa kee kan jannataa - (afaan oromoo)
barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.
Naamusa nyaataa fii dhugaatii - (afaan oromoo)
Barruun kun akka gaaritti Naamusa Nyaataa fii dhugaatii addaan babaasee nama barsiisa.
Naamusa salamtaa - (afaan oromoo)
-
Naamusa karaa deemsaa - (afaan oromoo)
Barruun kun naamusa karaa deemsaaf barbaachisu qajeellotti nama barsiisa.
Naamusa kadhaa Rabbii - (afaan oromoo)
Barruun kun naamusa kadhaa Rabbii tii fi waan duaaiin walqabatu qajeellotti nama barsiisa.
Seera hajji fi umraa - (afaan oromoo)
Barruun tun akkaataa umraa fi hajji itti gaggeysan karaa gabaabaan namaaf addeysiti.
Naamusoota islaamaa - (afaan oromoo)
Sagantaa kana keessatti namusootaa salaamtaa, teessumaa, nyaataafii dhugaatii, hirriibaa, kadhaa Rabbii fii karaa deemsaa bal’inaan dhihaatee jira.
Hadisoowwan nabiirraa S.A.W. fiffilatamoo - (afaan oromoo)
Sagantaan kun hiikaa hadiisoowa fiffilatamoo bifa gaariin qophaaye uf keessaa qaba waan taheef nama hundaaf haalaan barbaachisaadha.qooda 7uf keessaa qaba.
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa. - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti sadarkaa ji’a muharramiifii soomana aashuuraattu ibsama.

API
