×
Image

barnoota tokkummaa Rabbii 15 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti bornoota tawhiidaa (tokkummaa Rabbiittu) ibsama.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -01 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -01

Image

Barnoota siiraa - (afaan oromoo)

Barnoota siiraa

Image

Aqiidaa ahlussunnaafii jamaa'ah - (afaan oromoo)

Aqiidaa ahlussunnaafii jamaa'ah

Image

Waan haraam fakkaatu eeggadhaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee namoota turban Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaaniif gaaddiseeysuu ibsa.

Image

Heddumina karaa kheyrii ibsuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Heddumina karaa kheyrii ibsuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.waayee sadarkaa xahaaraa, obsa, sadaqaa, fi kkf ibsa.

Image

Walmiidhuun haraami - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee walmiidhuun haraam dhoowwaa tahuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 1 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.

Image

wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 2 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.

Image

wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 3 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.

Image

wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 4 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.

Image

wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 5 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.