×
Image

Haqa nabiin s.a.w. ummatarraa qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee haqa nabiin ummatarraa qabu jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sadarkaa salaanni qabu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee sadarkaa salaanni islaamummaa keessatu qabu ibsa.

Image

Seera salaata jum’ah - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee barnoota salaata jum’aah nama barsiisa.

Image

Nabii keenyaaf s.a.w. tumsuun dirqama - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee nabii keenyaaf tumsuun dirqama tahuu ibsa. Yeroo adawwiin maqaa isaanii xuressite karaa dandeenye hundaan irraa deebisuun dirqama tahuu ibsa.

Image

Bu’uroota afreen - (afaan oromoo)

Qophiin kun bu’ura afreen islaamaa nama barsiisa.

Image

Aqiidaa kee qur’aanaafii hadiisarraa fudhu - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota aqiidaa qulqulluuttu bifa gaafiifii deebiitiin dhihaata.

Image

Arbaiina (hadiisa afurtam) - (afaan oromoo)

Qophiin kun hadiisoowwan filatamoo gorsa hedduu uf keessaa qaban 43 qajeellotti nama hubachiisa.

Image

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf - (afaan oromoo)

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf

Image

Ani musliima - (afaan oromoo)

Ani musliima

Image

Muhammad Rabbiin nagayaa - (afaan oromoo)

Muhammad Rabbiin nagayaa

Image

Ibaadaa (gabbartii Rabbii) tii fi hiikkaa isii - (afaan oromoo)

Barruun qooda ibaadaadhaa ibsiti ragaalee qur’aanaa fii hadiisarraa taheen wajji

Image

Towhiid & utubaalee islaamaa fi iimaanaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun wayee tokkumaa rabbiiti nama barsiisa. Ammas utubaalee islaamaa fii iimaanaa uf keessaa qaba.