Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba.
Xahaaraa fi salaata - (afaan oromoo)
Aqiidaa ahlussunnaa fi kijiba ahbaash - (afaan oromoo)
Sagantaan kun aqiidaa ahlussunnaa fi jama’aah qulqulluu ibsa , garee ahbaash jalloo karaa muslimtootaarraa dabde irrattis deebisaa gayaa kenna.
Hiikaa suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa(tabaarak fi ammaa) - (afaan oromoo)
Sagantaan kun hiikkaa suraalee gaggabaabaa 49 kanneen gara boodaa ufkeessaa qaba (juuza lameen boodaa,,tabaarak fi amma) qooda49 ufkeessaa qaba
Faaruu Muslimaa kan Yeroo Hundaa - (afaan oromoo)
Faaruu Muslimaa kan Yeroo Hundaa
Yoo walgargaaran Rabbiin nama gargaara - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee yoo walgargaaran Rabbiin nama gargaara jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Miidhaa shirkii - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee miidhaa shirkii jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
(2) Hiikkaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee nabi Muhammad s.a.w. ergamaa Rabbii tahuu raga bahuudhaattu bal’inaan ibsama.
(1) Hiikkaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee hiikaa raga bahiinsa "laa ilaaha illallaahu" ulaagaaleefii qabiyyee isaatti ibsama.
HADIISA 30 DUBARTOOTAAF - (afaan oromoo)
HADIISA 30 DUBARTOOTAAF : Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu'ureeffate uf keessaa qaba.
SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA - (afaan oromoo)
SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA : Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba.
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? - (afaan oromoo)
QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? : Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.
Aqiidaa waasixiyyaa - (afaan oromoo)
Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti.

API


