barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.
towbaa karaa kee kan jannataa - (afaan oromoo)
MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU - (afaan oromoo)
MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU : Kitaabni kuni waayee mana du'a boodaa (qabrii) yaadachuun barbaachisaa tahuu nama hubachiisa.
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN - (afaan oromoo)
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN : Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du'a isaaniitti ibsame.
Towhiida maalif baranna - (afaan oromoo)
Towhiida maalif baranna
akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)
kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.
Qadaratti Amanuu - (afaan oromoo)
Qadaratti Amanuu
Guyyaa Aakhiraa Boodaatti Amanuu - (afaan oromoo)
Guyyaa Aakhiraa Boodaatti Amanuu
Ergamtootatti Amanuu - (afaan oromoo)
Ergamtootatti Amanuu
Kitaabotatti Amanuu - (afaan oromoo)
Kitaabotatti Amanuu
BURHAAN Ragaa Rabbiin Kadhachuun Dirqama Ta'uu - (afaan oromoo)
BURHAAN Ragaa Rabbiin Kadhachuun Dirqama Ta'uu : Kitaaba kana keessatti kadha (du' aa'ii) Rabbuma qofaaf qulqulleessuun akka barbaachisuutu dubbatame. Kanarrati Ragaan qur'aanaafii hadiirraayis dhihaatee jira.
Akkaataa Kophee irraan haxaawatan - (afaan oromoo)
Akkaataa Kophee irraan haxaawatan
Akkaataa Tayammumaa itti godhatan - (afaan oromoo)
Akkaataa Tayammumaa itti godhatan

API


