Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -26
Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -26 - (afaan oromoo)
Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -27 - (afaan oromoo)
Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -27
Heera Hajjii fii Umrah - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti barnoota hajjiifii umraattu bifa gabaabaan dhihaata. suuraaleen gargaaramee nama hubachiisa.
towbaa karaa kee kan jannataa - (afaan oromoo)
barruu tana keessatti seera towbaattu ibsame.
MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU - (afaan oromoo)
MANA KEE KA DU'A BOODAA YAADADHU : Kitaabni kuni waayee mana du'a boodaa (qabrii) yaadachuun barbaachisaa tahuu nama hubachiisa.
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN - (afaan oromoo)
SEENAA SAHAABAA KURNAN JANNATAAN GAMMACHIIFAMAN : Kitaaba kana keessatti seenaa sahaabota kurnan jannataan gammachiifamaniittu dhalootarraa kaasee hanga du'a isaaniitti ibsame.
Islaamummaa fi Bareeduma Isaa - (afaan oromoo)
Mata-duree waayee Islaamummaa fi Bareeduma isaa jedhu Ibsa of keessaa qaba
Towhiida maalif baranna - (afaan oromoo)
Towhiida maalif baranna
IslamHouse.com - (afaan oromoo)
toora guddaa fii filatamaa qulqulluu kan interneetirratti afaanoowwan addunyaatiin islaamummaa beysisu. https://islamhouse.com/or/main
akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.) - (afaan oromoo)
kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.
KUTAALEE AQIIDAA - (afaan oromoo)
KUTAALEE AQIIDAA : Kitaaba kana kaeessatti aqiidaa ahlusunnati waljamaa'ah ttu dhihaate. Gareelee jallattee fii jallinna isiitis nidubbata, deebisas irratti nikenna.
Barruu Gabaabduu Waa’ee Soomanaafii zakaa - (afaan oromoo)
Kitaaba kana keessatti barruu lamaatu jira. tokkoffaan barnootaa waayee akkaataa zakaa ittibaasaniifii waan zakaan irraa baafamu. kan lammaffaa seera soomana ramadaanaattu ibsama.

API



