Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte.
Aqiidaa kee qabadhu - (afaan oromoo)
Aqiidaa ahlussunnaa wal jamaa’ah - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti barnoota bu’ura aqiidaa sirrooftuu muslimtootaattu ibsame.waayee towhiida Rabbiitii fii maqaleefii sifaata isaa keessatti ibsa guddaa qaba. Ragaalee qur’aanaafii hadiisaarratti hundaawuudhaan.
HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII - (afaan oromoo)
HADIISA AFURTAMMAN NAWAAWWII : Kitaabni kuni hadiisa shantama ufkeessaa qaba matadureelee gorsa adda addaa irraa dubbata, arba'iina nawaawiyyii jedhama, irraa filatamaa kitaabban hadiisa keessaa isa tokkoodha.
Gorsa afurtam kan ittiin mana sirreessan - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti gorsa afurtam kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira.
Hisnul muslim - (afaan oromoo)
Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira
Tawassula heyyamamaa fii dhoowwamaa - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti tawassulli hayyamamaafii kan dhoowwaa tahes kan akkam akka tahe ragaadhaan (daliilaan) wajji ibsamee jira.
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA - (afaan oromoo)
QUR’AANA QULQULLUU IRRAA TAFSIIRA JUZ’IIWWAN SADAN BOODAA
Aqiidaa sirraawaafii faallaasaa - (afaan oromoo)
Kitaabni kun aqiidaa qulqulluu muslimaa tan qur’aanaa fii hadiisarraa burqite nama barsiisa.
Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf - (afaan oromoo)
Kitaabni "Ergamaa Islaamaa Muhammad Rabbiin Rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu" jedhu seenaa Nabi Muhammad -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hidda dhalootaa fi guddina isaanii irraa kaasee hanga gaa'ela isaanii barakaa ta'eetti, akkasuma jalqaba wahyii fi jalqabbii ergaa isaanii isa dhumaa ga'uutti irraa dubbata. Akkasumas mallattoolee....
Kitaabni Akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jedhu kitaaba Kabajamoon Sheykh Abdul-Aziiz bin Baaz -Rabbiin rahmata isaaf haa godhu- akkaataa salaata Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkaataa salphaa fi karaa sirrii ta'een, keeyyattoota sirrii irratti hundaa'uun gabaabsanii kaa'anidha, Muslimaaf salaata isaa....
Ani musliima - (afaan oromoo)
Ani musliima

API
