Sagantaa kana keessatti barnoota sadarkaa ji’a murramii fii soomanni guyyaa 9ffaa fii10ffaa ji’a kanaa qabu guddaa tahuutu ibsama.dogoggorri ji’a kana keessatti hojjatamus ibsamee jira.sagantichi kutaa 4 ufkeessaa qaba -1
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa -1 - (afaan oromoo)
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa -2 - (afaan oromoo)
Sagantaa kana keessatti barnoota sadarkaa ji’a murramii fii soomanni guyyaa 9ffaa fii10ffaa ji’a kanaa qabu guddaa tahuutu ibsama.dogoggorri ji’a kana keessatti hojjatamus ibsamee jira.sagantichi kutaa 4 ufkeessaa qaba -2
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa -3 - (afaan oromoo)
Sagantaa kana keessatti barnoota sadarkaa ji’a murramii fii soomanni guyyaa 9ffaa fii10ffaa ji’a kanaa qabu guddaa tahuutu ibsama.dogoggorri ji’a kana keessatti hojjatamus ibsamee jira.sagantichi kutaa 4 ufkeessaa qaba -3
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa -4 - (afaan oromoo)
Sagantaa kana keessatti barnoota sadarkaa ji’a murramii fii soomanni guyyaa 9ffaa fii10ffaa ji’a kanaa qabu guddaa tahuutu ibsama.dogoggorri ji’a kana keessatti hojjatamus ibsamee jira.sagantichi kutaa 4 ufkeessaa qaba -4
Sadarkaa ji’a muharrami fii Soomana Aashuuraa. - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti sadarkaa ji’a muharramiifii soomana aashuuraattu ibsama.
seera zaka fixrii - (afaan oromoo)
Barruu kana keessatti seera zakaa fixrii yeroo fii akkaataa isiitu balinaan ibsame.
seera iidaa - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti barnoota seera iidaa akkaataa salataa iidaatiifi kkf tutu ibsame.
gorsa ol’aanaa dhaloota haarawaaf. - (afaan oromoo)
kitaabni kuni ummata muslima hintahin hunda ragarratti hundaawuun gara islaamummaa yaama.
10n zulhijjah - (afaan oromoo)
barruu kana keessatti waayee guyyoota kurnan zulhijjaa kan gama duraattu dubbatame.
barnoota hajjii gabaabaa - (afaan oromoo)
barruu kana keessatti seera akkaataa hajjii fii umraa itti gaggeessantu ibsamee jira.
SEENAA QUR'AANA KEESSAA - (afaan oromoo)
SEENAA QUR'AANA KEESSAA : Oduun nabiyyootaafii ummata durii babbareedaan gorsa guddaa qabu hedduutu qur'aana keessatti dhufee jira. Kitaabni kuni kanarraa dubbata.
NAAMUSOOTA ISLAAMAA - (afaan oromoo)
Kitaaba kana keessatti naamusoota jiruu isaa keessatti muslimni hundi itti haajamuutu ibsame.

API


