Qophiin kun kitaaba riyaadussaalihiin kan gorsaa fi barnoota hunda uf keessaa qabu guutuu qabdi, kan boqannaa 151 uf keessaa qabdi.
Riyaadu ssaalihiin (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Hiikkaa Qur’aana kabajamaa (guutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun Tafsiira Qur’aanaa guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.qoodq 325 qabdi..
Nama nama fayyadu tahi eeysallee jiraattu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun bu’aa nama fayyaduun qabdu bal’inaan ibsa.
Bulugul maraam (kitaabaguutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun hiikkaa kitaaba bulugul maraam guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.qooda 139 qabdi..
Gosa 2ffaa Hiikkaa Qur’aana kabajamaa (guutuu) - (afaan oromoo)
Qophiin kun Tafsiira Qur’aanaa guututti nama barsiisa waan taheef haalaan barbaachisaadha.tafsiira shekh muusaa su’aalaa jechuun beekama.
Sahiiha Bukhaarii (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Sagantaan tun kitaaba sahiiha bukhaarii guutuu uf keessaa qabdi,kitaabni kun hadiisota sahiiha barnoota islaamaa guututti ufkeysaa qaban kumoota heddu uf keessatti hammata.sadarkaa guddaa isaatiif ’’irra caalaa kitaabaa eega kitaaba rabbiitii’’ jedhamee moggaafame.
Sunana abii daawu ( kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Sagantaan kun irra caalaa kitaabban hadiisaa keessaa tokko kan tahe kitaaba sunana abuu daawud guutuu uf keessaa qaba.Hadiisota 5274 kan qooda 219 taa’e uf keessaa qaba.
Du’aaf qophaawuu toltuu dalaguudhaan - (afaan oromoo)
CDn kuni akka gaaritti wayee hameenya du’aa tii fii waan isii boodaa namaaf ibsa.akkaataa itti ibaadaa heddummeessuudhaan qophaawan ibsa.
Sunana ibnumaajah (kitaaba guutuu) - (afaan oromoo)
Sagantaan tun kitaaba ibnu maajah kan hangafoota kitaabban hadiisaarraa tahe guutuu uf keessaa qabdi hadiisa4341qabdi.kitaabni kun barnoota islaama hunda waltti qabata, sadarkaan isaa guddaadha.
Yaa nama dilaaye uf yaadadhu - (afaan oromoo)
Qophiin kun gorsa guddaa nama dogoggore sirreysuu danda’u uf keessaa qaba.
Karaa milkii - (afaan oromoo)
Qophiin kun karaa keyrii kan namni muslimaa ittiin milkaayu nama barsiisa.Qur’aanaa, hadiisaa fii jechoota ulamaa’ii salafaa irraa walitti qabame.
Gorsa qur’aanaa irraa - (afaan oromoo)
Qophiin kun ayatoowwan qur’aanaa filatamoo barnoota hunda uf keessaa qabduun nama gorsa.

API
