×
Image

Teessuma masgiidaa (iitikaafa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee teessuma masgiidaa barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Bernoota zakaataa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zakaa laalchisee barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Dhaamsa dargaggoota muslimaatiif - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee dhaamsa dargaggoota muslimaa jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Dhaamsa abbootii muslimaatiif - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee dhaamsa abboota muslimaatiif jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Carraa osoo hindabarre dhaqqabadhu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee carraa kee osoo hindabarre dhaqqabadhu jedhurratti gorsaafii barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Rabbirratti irkachuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Rabbirratti irkachuu jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Hundi keessan gama Rabbii towbadhaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee gama Rabbii towbachuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sadarkaa fii seera soomana Ramadaanaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee seera soomana ramadaanaa barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Irra caalaan sinqii soda Rabbiiti - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee soda Rabbii keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Seera zakaa fixrii - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zakaa fixrii tan dhuma soomana ramadaanaatti kafalamtuu barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Barnoota Hadiisa filatamaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikkaa hadiisoowwan filatamaa 80 ufkeessaa qaba. Akkuma san seenaa sahaabota isa odeessanii tiifi barnoota isarraa harganus nidubbata.

Image

Zikriilee salaata boodaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee zikriiwwan salaata fardii boodaan godhamturraa dubbata.