sagantaa kana keessatti fadlii (sadarkaa) hajjfii umraattu bal’inaan ibsamee jira. kuttaa 6 uf jalaa qabdi.
sadarkaa hajjii fii umraa 04 - (afaan oromoo)
sadarkaa hajjii fii umraa 05 - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti fadlii (sadarkaa) hajjfii umraattu bal’inaan ibsamee jira. kuttaa 6 uf jalaa qabdi.
sadarkaa hajjii fii umraa 06 - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti fadlii (sadarkaa) hajjfii umraattu bal’inaan ibsamee jira. kuttaa 6 uf jalaa qabdi.
baatiiwwan kabajamtuu - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti waayee ji’a afran kabajamaa taheettu ibsama.
barnoota hajjiifi umraa kutaa10ffaa - (afaan oromoo)
barnoota hajjiifii umraa kutaa 10ffaa kana keessatti waayee naamusa seensa makkaattu dubbatama.
barnoota hajjii kutaa 11ffaa - (afaan oromoo)
sagantaa kana kessatti barnoota hajjiifii umraa kutaa 11ffatu dhihaate. as keessatti seera xawaafa quduumaattu ibsame.
barnoota hajjiifi umraa kutaa12ffaa. - (afaan oromoo)
kun barnoota hajjiifii umraa kutaa 12ffaadha. sagantaa kana keessatti waayee xawaafa saiyii umraadhaattu ibsame.
barnoota hajjiifi umraa kutaa13ffaa - (afaan oromoo)
sagantan kun barnoota hajjiifii umraa kutaa 13ffaadha. isa keessatti hojii guyyaa 8ffaa baatii ajjiidhaattu ibsama. guyyaan kuni guyyaa tarwiyaa jedhama.
barnoota hajjiifii umraa kutaa 14ffaa. - (afaan oromoo)
kuni barnoota hajjiifii umraa kutaa14ffaadha. isa keessatti wanni ibsame akkaataa dhaabbannaa arafaati.
barnoota hajjiifii umraa kutaa 15ffaa - (afaan oromoo)
kuni sagantaa 15 barnoota hajjii fii umraati. isa keessatti barnoota seera buliinsa muzdalifaattu ibsama.
barnoota hajjiifii umraa kutaa 16ffaa. - (afaan oromoo)
kuni barnoota hajjiifii umraa kutaa 16ffaadha. isa keessati hojii guyyaa iidaa keessatti namni hajjii hojjatuutu ibsame.
barnoota hajjiifii umraa kutaa 17ffaa. - (afaan oromoo)
barnoota hajjiifii umraa kutaa 17ffaadha. isa keessatti waayee xawaafa ifaadhaatu ibsame.

API
