×
Image

Salaata sunnaa raatibaa jajjabeyfamtuu - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee salaata sunnaa tan salaatoowwan fardii jala yaatu tan jajjabeyfamtuu taaterraa dubbata.

Image

Salaata witrii - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee salaata witrii sadarkaa isiitiifii heddumina raka’aalee isii nama barsiisa.

Image

Salaata duhaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee salaata duhaa sadarkaa isiitiifii heddumina raka’aalee isii nama barsiisa.

Image

Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee salaata sunnaa kan raatibaa hintahin tanneen akka tahiyyaa masgiidaa, sunnaa wuduu’aa, sunnaa xawaafaa irraa nama barsiisa.

Image

barnoota hajjii fi umraa 07 - (afaan oromoo)

kutaa kana keessatti akkaataa hojii hajjii fii umraattu baratama.namuusa karaa hajjii deemsaa.

Image

waan nama hajjii hidhaterratti dhoowwaadhaa - (afaan oromoo)

barnoota kana keessatti wantoota nama hajjiifii umraa hidhaterratti dhoowwaa tahantuu balinaan dubbatame.

Image

hidhannaa hajjiifii umraa miiqaatarraa - (afaan oromoo)

barnoonni kunakkaataa miiqaatatti itti hajjiifii umraa hidhatan irraa dubbata.

Image

10n baatii zulhijjaah - (afaan oromoo)

sagantaan kun waayee 10n zulhijjaa kan duraarraa dubbata.

Image

barnoota iidaa - (afaan oromoo)

sagantaan kun barnootaafii seera iidaa nama hubachiisa.

Image

seera qalma udhiyyaa 1 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni waan guyyaa iidaa qalan (udhiyyaa) seera isiirraa dubbata.

Image

seera qalma udhiyyaa kutaa 2 - (afaan oromoo)

sagantaan kuni seera qalma udhiyyaa nama barsiisa kuni kutaa 2ffaati. .

Image

sadarkaa soomana aashuuraa - (afaan oromoo)

sagantaan kuni sadarkaa soomana aashuuraati ibsa.