×
Image

barnoota tokkummaa Rabbii 14 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti bornoota tawhiidaa (tokkummaa Rabbiittu) ibsama.

Image

barnoota tokkummaa Rabbii 15 - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti bornoota tawhiidaa (tokkummaa Rabbiittu) ibsama.

Image

Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -01 - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -01

Image

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF - (afaan oromoo)

HADIISA 30 DUBARTOOTAAF : Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu'ureeffate uf keessaa qaba.

Image

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA - (afaan oromoo)

SEENAA NABIYYII GAAFI440 FI DEEBISAA : Kitaabni kuni siiraa (seenaa nabiyyii) sallaahu aleyhi wasallam bifa gaafifii deebisaatiin ibsa. Gaafiifii deebii 440 uf keessaa qaba.

Image

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? - (afaan oromoo)

QUR’AANA AKKAMITTI QARAANA? : Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.

Image

Aqiidaa waasixiyyaa - (afaan oromoo)

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti.

Image

hundeelee sadeeniifii ragaa isii - (afaan oromoo)

kitaabni kuni kan barnoota bu’ura islaamaa nama barsiisu. waayee salaataatis uf keessaa qaba.

Image

TAWBACHUUN BARBAADA GARUU... - (afaan oromoo)

TAWBACHUUN BARBAADA GARUU: Towbaan hatattamaan barbaachistuu tahuu isiittu kitaaba kana keessatti ibsame. gufuun towarraa nama dhoowwitus tan akkam akka taate himamee jira.

Image

HUNDEE AFRAN - (afaan oromoo)

Kitaaba kana keessatti hundee tawhiidaatu ibsame. hammeenyi shirkiitis dubbatamee jira.

Image

Wantoota islaamummaa balleysu - (afaan oromoo)

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa tii fi waan islaamummaa diigu namaaf adeeysiti.

Image

AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU - (afaan oromoo)

AQIIDAA KARAA LAAFAAN HUBACHUU