Qophiin kun akkaataa ilmaan sirritti itti guddisan nama hubachiisa.
Guddisa ilmaanii - (afaan oromoo)
Haadhaaf abbatti tola ooluu - (afaan oromoo)
Qophiin kun haqa haadhaaf abbaan namarra qaban jajjabduu tahuu ibsa, badhaasa nama haadhaaf abbaa qajeeleetis ni addeessa,hammeenya nama haadhaaf abbatti mataa jabaateetis dubbateeti irraa nama baqachiisa.
Barnoota zakaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee zakkaa, gosa isii, hanga isii tiifi namoota isiin kennamtuuf barnoota gayaa qaba. Sagaantaan kun Kuta lama qaba.
Sadarkaa salaata jamaa’ah - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee sadarkaa guddina salaata jamaa’ah irratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Mallatoo laafina iimaanaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee mallattoo laafina iimaanaa ibsa. Akka irraa baqatanis dhaamsa jabaa dabarsa.
Ayyaana kaafiraa wajji kabajuun dhoowwaadha - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee ayyaana kaafiraa wajji ayyaanefachuun dhoowwaa tahuudhaati nama barsiisa.
Guyyaa dhaloota nabii (s.a.w.) kabajuun dhoowwamaadha - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee guyyaa dhaloota nabii (s.a.w.) kabajuun dhoowwamaa tahuuti ibsa.
Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu - (afaan oromoo)
sagantaa kana keessatti waan diin Rabbiirraatti gadi nama jajjabbeessutu ibsame. tanneen akka imaanaa hojii gaarii hojjachuu,qur’aana Rabbii qabachuu, zikrii , du’aa’iifii kanneen kana fakkaatantu ibsame.
Ulaagaalee salaataa - (afaan oromoo)
Qophiin kun waan salaata dura ulaagaalee barbaachisu qajeellotti nama hubachiisa.
ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu - (afaan oromoo)
ilhaada irraa gara Islaamummaatti baqachuu
Soomana ramadaanaa seera sadarkaa fii naamusa isaa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun akkaataa soomana ramadaanaa sirritti nama hubachiisa.
Heera hajji fii umraa - (afaan oromoo)
Sagantaan kun barnoota umraafii hajji takkatakkatti addaan baasee addeeysa.

API

