sagantaan kuni kitaaba namootaa karaa gabaabaan islaamummaa baranii itti seenuu fedhaniif barnoota gayaa qaba.Ragaawwan qur’aanaafii towraatiifii injiil irratti hundaawaadha. fuula 38 qaba.
Ergaa tokko qofa - (afaan oromoo)
MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA - (afaan oromoo)
MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA : Kitaabni kuni Rakkoo guddoo muslimtootaa tan taate rakkina dadhabina iimaanaati ibsa, furmaataafii wal'aansas ni akecka. DHUKKUBA - SABABA ISAA - WALLAANSA
tohiida karaa laafaan qophaaye - (afaan oromoo)
kitaaba kana keessatti hikkaa towhiidaa darajaa towhiidaa barbaachisummaa isaa qoodaa isaa tiifii kkf ibsame
Gaaffii Murteessaa Dhala Namaa Deebisuu - (afaan oromoo)
Gaaffii Murteessaa Dhala Namaa Deebisuu
Fiixee qar'saa cabbii qofaa - (afaan oromoo)
Fiixee qar'saa cabbii qofaa
ERGAA DHUMAA - (afaan oromoo)
ERGAA DHUMAA
ERGAMAA XUMURAA - (afaan oromoo)
ERGAMAA XUMURAA
BU'UURA ISLAAMAA - (afaan oromoo)
BU'UURA ISLAAMAA
Barnoota siiraa - (afaan oromoo)
Barnoota siiraa
Aqiidaa ahlussunnaafii jamaa'ah - (afaan oromoo)
Aqiidaa ahlussunnaafii jamaa'ah
Wantoota diin Rabbiitirratti Tasgabbiif nama fayyadan - (afaan oromoo)
Wantoota diin Rabbiitirratti Tasgabbiif nama fayyadan
Sadarkaa sawaaba salaata jamaa’ah - (afaan oromoo)
Sagaantaan kun guddina sawaaba (mindaa) salaata jamaa’aa (gamtaa) ti barsiisa.

API


