Sagantaan kun waayee namoota turban Rabbiin guyyaa qiyaamaa isaaniif gaaddiseeysuu ibsa.
Waan haraam fakkaatu eeggadhaa - (afaan oromoo)
Heddumina karaa kheyrii ibsuu - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee Heddumina karaa kheyrii ibsuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.waayee sadarkaa xahaaraa, obsa, sadaqaa, fi kkf ibsa.
Walmiidhuun haraami - (afaan oromoo)
Sagantaan kun waayee walmiidhuun haraam dhoowwaa tahuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Hadiisa filatamaa /dorgommii sunnaa/ - (afaan oromoo)
Sagantaan kun hadiisa filatamoo 80 kan kitaabaan hiikkamee qophaawe ufkessaa qaba. Kan dorgommii sunnaa tiif qopheeffameedha.
soomana Ramadaanaa Namusoota fii sadarkaa isaa - (afaan oromoo)
Kitaabni kun waayee barnoota soomanaa guutuu uf keessaa qaba. Akkasuma barnoota iidaa, zakaa fixrii nama barsiisa.
barnoota salaataa - (afaan oromoo)
kitaabni kuni barnoota salaataa guutuu nama barsiisa.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 1 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 2 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 3 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 4 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 5 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.
wantoota islaamummaa namarraa balleessu - 6 - (afaan oromoo)
sagantaan kuni waan islaamummaa namarraa balleessu kan qabxii kudhnitti tarreefame ibsa. kutaa 6 ufjalaa qaba.

API