×
Image

Seera iida fixrii - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee seera iida fixrii (iida furaa soomanaa) barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

uf gadi qabuu(khushuu’a) salaataaa - (afaan oromoo)

Qophiin kun akkataa salaata keysatti namni uf gadi qabee sirritti salaatu ibsa.

Image

Barnoota seenaa nabii s.a.w. (siiraa) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun seenaa jiruu nabii keenyaa s.a.w. nama barsiisa.

Image

Seera umraa - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota akkaataa umraa itti hojjataniittu bal’inaan ibsame.

Image

Seera soomana ramadaanaa - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti sadarkaa (fadhlii) soomanaa, naamusa isaa, akkaataa isaa,fii waan isa balleessuutu ibsama.

Image

Seera dubartoota muslimaa - (afaan oromoo)

sagantaa kana keessatti barnoota waayee dubartootaa laalchisutu bal’inaan dhihaate.

Image

Kitaaba beyquunaa kan barnoota hundee hadiisaa (musxalahaa) - (afaan oromoo)

Qophiin kun akkataa hundee hadiisaa (musxalaha) ittiin hadiisa sahiihaa fii da’iifa (jabaa fii laafaa) ittin adda baafatan nama barsiisa.

Image

Soomana guyyaa Aashuuraa - (afaan oromoo)

Soomana guyyaa Aashuuraa

Image

SIRNA HAJJII - (afaan oromoo)

SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam....

Image

Sahiiha kadhaa fi faaruu Rabbii - (afaan oromoo)

Sahiiha kadhaa fi faaruu Rabbii

Image

Naamusa nyaataa fii dhugaatii - (afaan oromoo)

Barruun kun akka gaaritti Naamusa Nyaataa fii dhugaatii addaan babaasee nama barsiisa.

Image

Naamusa salamtaa - (afaan oromoo)

-