×
Image

Naamusa karaa deemsaa - (afaan oromoo)

Barruun kun naamusa karaa deemsaaf barbaachisu qajeellotti nama barsiisa.

Image

Naamusa kadhaa Rabbii - (afaan oromoo)

Barruun kun naamusa kadhaa Rabbii tii fi waan duaaiin walqabatu qajeellotti nama barsiisa.

Image

Seera hajji fi umraa - (afaan oromoo)

Barruun tun akkaataa umraa fi hajji itti gaggeysan karaa gabaabaan namaaf addeysiti.

Image

Naamusoota islaamaa - (afaan oromoo)

Sagantaa kana keessatti namusootaa salaamtaa, teessumaa, nyaataafii dhugaatii, hirriibaa, kadhaa Rabbii fii karaa deemsaa bal’inaan dhihaatee jira.

Image

Barnoota dubartii muslimaa - (afaan oromoo)

Sagantaan kun barnoota dubartii muslimaa kan akkaa waayee xahaaraa, dhiiga baatii fi dayuumsaa, barnoota hijaabaa (hagooggii) fi kkf uf kessaa qaba.

Image

Hadisoowwan nabiirraa S.A.W. fiffilatamoo - (afaan oromoo)

Sagantaan kun hiikaa hadiisoowa fiffilatamoo bifa gaariin qophaaye uf keessaa qaba waan taheef nama hundaaf haalaan barbaachisaadha.qooda 7uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (1-Rabbiif jecha ufgadiqabuu.) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waaee sifa mallattoo gabroottan Rahmaan kanneen jedhamu keessa kan duraa kan tahe waayee Rabbiif jecha uf gadiqabuu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (2 obsa qabaachuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (2 obsa qabaachuu) waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan (3 salaata halkanii) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan (3 salaata halkanii) waan jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (5-karaa Rabbii keessatti kennachuu jiddu galeessa tahuudhaan wajji) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (5-karaa Rabbii keessatti kennachuu jiddu galeessa tahuudhaan wajji) waan jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (6-Rabbuma qofa gabbaruu) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (6-Rabbuma qofa gabbaruu) waan jedhu keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.

Image

Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (7-yakka lubbuu ajjeesurraa fagaachuu) - (afaan oromoo)

Sagantaan kun waayee Sifa mallattoo gabroottan Rahmaan. (7-yakka lubbuu ajjeesurraa fagaachuu) keessatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.